Download Seenaa Ummata Oromoo Pdf Free Software

Download Seenaa Ummata Oromoo Pdf Free Software Average ratng: 7,7/10 7775 reviews
Seenaa afaan oromoo

Seenaa Ummata Oromoo

Sena ummata oromoo pdf

Seenaa Oromoo Wallaggaa

Seenaa Gabaabaa Gooticha Oromoo Jaal Laggasaa Wagii Seenaa Gabaabaa Gooticha Oromoo Jaal Laggasaa Wagii Meettaa Jaal Lagaasaa Wagii abbaa isaanii obbo Wagii Meettaa fi haadha isaanii adde Buzunash Ayyaanaa irraa bara 1960, Godina Lixa Shawaa, konyaa Mannaa, Aanaa Shinoo Meettaa Robii, ganda Kuyyuu Giccii jedhamtuu keessatti dhalate. Jaal Lagaasaa Wagii umriin isaa barmootaaf yeroo gahu, mana baruumsa sadarkaa tokkoffaa Bakkamee jedhamutti kutaa 1-4 barate. Barmoota isaa kutaa 5-8 ammoo mana barumsaa Hincinniitti barate. Sana booda gara Finfinneetti deemuun barumsa isaa itti fufuun kutaa 10-11 magaluuma Finfinneeti barate. Jaal Laggasaa Wagii erga barumsa isaa haga kutaa 11-tti baratee booda barmoota akkaadaamii dhiisee baruumsa Makaanikummaa fi Konkolaataaa oofu bara 1975 keessa barateera. Oguummaa isaa kananiis hojiilee adda addaa irraatti bobbahuun hojjaachaa ture.

Oromoo

Jaal Laggasaa Wagii hojii daldalaa irratti bobbahuun magaala Dirree Dhawaa keessatti waggaa torbaaf kan jiraachaa ture yeroo tahu, hojiidhuma daldalaa kanaaf meeshaa daldalaa adda addaa fe’achuun gara Dhiha Oromiyaa deemuun daldala itti fufe. Jaal Laggasaa Wagii obbolaa shan kan qabu yeroo tahu,Waxbajjii 27 bara 1987 haadha manaa isaa aadde Waynisheet Geetaahuun fuudhe.

Best Of Sizzla The Story Unfolds., Label: Release Date: 23rd April 2002 Best Of Sizzla The Story Unfolds. Explain To The Almighty Original Mix 3:52 3. Tracklisting 1. No White God Original Mix 3:57 2. Sizzla the story unfolds. I Wonder Original Mix 4:21 4.